Matthew 17:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti yennaa tana dhage'ane, rifatanee lafa irratti fuulaan gad jigane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa qonqo tana d'ageennaani guddo sodaate fuula lafati deefate jige.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa qoonqoo taan dhageennaan guddoo sodaatee fuula lafatti deeffatee jige.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa guddisanii waan sodaatanii turaniif kana dhagayanii nayanii isa afo'otti gad kufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaallee guddisanii sodaatanii waan turaniif kana dhagayanii nayanii afoo isaatitti gad kufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee qoonqqa kana yeroo dhagayanitti haalaan waan nayaniif, kallacha isaaniitiin lafa irratti ni gonbbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti yennaa tana dhage'ane, rifatanee lafa irratti fuulaan gad jigane.