Matthew 17:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan gaara irraa adoo gad bu'iisatti jiranuu, Yesuus, “Ilmi Namaa du'aa haga ka'utti waan dhaggittane kana nama tokkolle'etti hin himina'a” jedhee barattoota ifii ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato gaara ira gadi buanu, Yesoni, Waan argitani kana nama tokoleti inhimina haga Ilmi Nama duisa keesaa kauti worraani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo gaara irraa gad bu'uu jiranuu, Yesus, “Waan argitan kana nama tokkolleetti hinhiminaa haga ilmii namaa du'a keessaa ka'utti” warraan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gaaraa gad bu'an Yesuus, «Ilmi namaa haga du'aa ka'utti waan argitan kana eennuttillee hin himinaa» jedhee isaan seere.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gaaraa gadi bu'an «Yesuus, Ilmi namaa haga du'aa ka'utti waan argitan kana eennuttillee hin himinaa» jedhee isaan seere.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gaara irraa'llee uduma bu'aa jiran Yesus, «Ilmi Namaa du'aa haga ka'utti waan argitan kana eennutti'llee hin himnaa!» jechu'uun, barattoota isaa ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gaara irraa adoo gad bu'iisatti jiranuu, Yesuus, «Ilmi Namaa du'aa haga ka'utti waan dhaggittane kana nama tokkolle'etti hin himina'a» jedhee barattoota ifii ajaje.