Matthew 18:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san barattooti gara Yesuusii dhufanee, “Mootummaa Waaqaa keessatti ka caalu eennu?” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni jari Yesoti d'ufe waan jed'eeni, Eennuti Finna gubba keesa nama ch'ufa ira jira?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun jarii Yesus gara isaa dhufee, “Mootummaa Waaqaa keessa nama cufa eennuutti irra jira?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san darasoonni isaa gara Yesuusii dhufanii, «Jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu eennuun ta'inna laata?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san darasoonni isaa gara Yesuusii dhufanii, «Jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu eennuun ta'inna laata?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti barattoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii, «Mootummaa Sami'ii titti ka maraa caalu eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san barattooti gara Yesuusii dhufanee, «Mootummaa Waaqaa keessatti ka caalu eennu?» jedhaneen.