Matthew 18:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ani isinitti hima, ergantooti Waaqaa ta ol-gubbaa jirtu, ta isaan eeddu yennaa mara fuula Abbaa kiyya ka ol-gubbaa jiruu waan ilaaltuuf, worra didiqqaa kana keessaa tokkocha akka hin tuffanne ifi eegadha'a. [
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'a, aka ijoolle didiqo tana tokole intufanne. Anini isaniti hima, malaikaani isii gubbati hojja ch'ufa fuula Abba kiyya dura ejaanjiti. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Akka ijoollee didiqqoo tana tokkoollee hintuffanne Eegadhaa! Anin isanitti himaa ergamtootii isanii gubbatti yo cufa fuula Abbaa kiyyaa dura ejaajjiti. Wantii akkanaatiif ilmii namaa ka bade baasuu dhufe.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Ani isinitti hima, maleekkonni Rabbii ta sami'ii, ta isaan eeddu hennaa maraa fuula Abbaa kiyya ka samii jiruu waan arganiif daa'imman didiqqaa kanniin keessaa tokkollee akka hin tuffanne uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe. [
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Ani isinitti hima, maleekkonni Rabbii ta sami'ii, ta isaan eeddu hennaa maraa fuula Abbaa kiyya ka samii jiruu waan arganiif, daa'imman didiqqaa kanniin keessaa tokkollee akka hin tuffanne uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe. [
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkoonni isaanii ka samii jiran yeroo maraa fuula Abbaa kiyya ka samii jiruu waan arganiif, maandhota kanniin keessaa tokkoma'llee akka hin tuffanneef ufi eeggadhaa. [
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ani isinitti hima, ergantooti Waaqaa ta ol-gubbaa jirtu, ta isaan eeddu yennaa mara fuula Abbaa kiyya ka ol-gubbaa jiruu waan ilaaltuuf, worra didiqqaa kana keessaa tokkocha akka hin tuffanne ifi eegadha'a. [