Matthew 18:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni daa'ima tokko waamee, isaan dura dhaabbachiisee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni gurba diqa toko yaame, jiddu worra teesise
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus gurbaa diqqaa tokko yaamee, jidduu warraa teesisee
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni daa'ima tokko waamee afoo isaanii dhaabsisee akkana jedhe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni daa'ima tokko waamee, afoo isaanii dhaabsisee akkana jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee daa'ima tokko waamee jidduu isaanii ni dhaabachiise,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni daa'ima tokko waamee, isaan dura dhaabbachiisee,