Matthew 18:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Pheexroos gara Yesuusii dhikaatee, “Gootta'a, obboleessi kiyya yoo na yakke, yennaa meeqa araaramaaf? Yennaa torbaa?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, yo oboleesi kiyya nati dabe, anini maro hagami araaramaafi? Maro torba?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros gara Yesusii dhufee, “Aabboo, yo obbooleessii kiyya natti dabe, anin marroo hagam araaramaaf? Mar. roo torbaa?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Pheexroosi gara Yesuusii dhiyaatee, «Gooftaa'a! obboleessi kiyya yoo na yakke hennaa meeqa dhiisaaf? hennaa torbaa?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Pheexroosi gara Yesuusii dhiyaatee, «Gooftaa'a, obboleessi kiyya yoo na yakke, hennaa meeqa dhiisaaf? hennaa torbaa?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Phexiros gara Yesusii dhiyaatee, «Yaa Gooftaa! Obboleessi kiyya yoo ana miidhe yeroo meeqa dhiifama haa taasisu? Haga yeroo torbbaati moo?» jechu'uun, ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Pheexroos gara Yesuusii dhikaatee, «Gootta'a, obboleessi kiyya yoo na yakke, yennaa meeqa araaramaaf? Yennaa torbaa?» jedheen.