Matthew 18:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Waan kanaaf mootummaan ol-gubba'aa mootii herrega hojjattoota isaa irra jiru herregatiisaaf barbaade tokko fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finni gubba hayyu toko fakaata, ka henna garboole ufi hobaafachu fed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus itti dabree, “Mootummaan Waaqaa, hayyuu tokko, ka henna garboota ufii hobaafachuu fedhe fakkaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan kanaaf jeennanni sami'ii mootii herrega hojjattoota isaa irra jiru herregatu'uuf barbaade tokko fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan kanaaf jeennanni sami'ii mootii herrega hojjattoota isaa irra jiru herregatu'uuf barbaade tokko fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaaf Mootummaan Sami'ii nugusa tajaajilttoota isaa woliin herreegachu'uuf barbaade fakkaatti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan kanaaf mootummaan ol-gubba'aa mootii herrega hojjattoota isaa irra jiru herregatiisaaf barbaade tokko fakkaatti.