Matthew 18:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni yennaa herreguu jalqabe, nama inni beenyaa beesee irraa qabu tokko itti fidane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Herennaani namicha toko ka gati isaa hori muumme inqamne qabu isaatiini d'ufani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Herrennaan namicha tokko ka gatii isaa horii muumme hinqamne qabu isaatiin dhufan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa herreguu jalqabe nama inni gatii miliyoona hedduu irraa qabu tokko itti fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hennaa herreguu jalqabe, nama inni gatii Miliyoona hedduu irraa qabu tokko itti fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
nugusichi herreegachuu yeroo jala qabetti qarshii kuma baayi'etti laakkayamu tajaajilaan liqaan isa irra jiru, tokko qabamee ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa herreguu jalqabe, nama inni beenyaa beesee irraa qabu tokko itti fidane.