Matthew 18:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani dhugumaan isinitti hima, yoo hin jijjiiraminii fi deebitanee akka daa'immaanii hin te'in, isin ijjumaa mootummaa ol-gubba'aatitti hin galtanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Ilaala, yo jijiramtani aka ijoolle didiqo tana taatani male, Finna gubba diqole inargattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ilaalaa, yo jijjiiramtan akka ijoollee didiqqoo tanaa taatan malee, Mootummaa Waaqaa diqqoollee hinargattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dhugamaan isiniin jedha, deebitanii yoo akka daa'ima kanaa hin taane, jeennata sami'ii horoma hin galtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani dhugamaan isiniin jedha, deebitanii akka daa'ima kanaa yoo hin taane, gara jeennata sami'ii horoma hin galtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, jijjiiramuu yoo dhabaattanii fi akka daai'maa yoo taatan malee, gonkumaa gara Mootummaa Sami'ii titti hin aseenttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani dhugumaan isinitti hima, yoo hin jijjiiraminii fi deebitanee akka daa'immaanii hin te'in, isin ijjumaa mootummaa ol-gubba'aatitti hin galtanu.