Matthew 18:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Aari'iin goottaan isaa haga inni beenyaa isa irra jiru mara kaffalutti worra isa rakkisutti dabarsee kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani guddo dalane, garbicha kaani mana hid'aansa keesa buuse, haga inni gati ch'ufa baasuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan guddoo dallanee, haga innii gatii isa irra jirttu cufa baasuutti, hojjataa kaan mana hindhansaa keessa buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan isaallee aaree, haga gatii isa irra jiru maraa kaffaluufiif worra isa rakkisutti dabarsee isa kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan isaallee aaree, haga gatii isa irra jiru maraa kafaluuf worra isa rakkisutti dabarsee kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gooftaan isaa dalanee liqaa isa irra jiru maraa haga kafalutti, itti gaafatamoota mana hidha'aatiif dabarssee isa ni kenneen.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aari'iin goottaan isaa haga inni beenyaa isa irra jiru mara kaffalutti worra isa rakkisutti dabarsee kenne.