Matthew 18:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle ka akka daa'ima kanaa ifi gad qabu mootummaa ol-gubba'aa keessatti mara ka caalu te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama aka daima kana ufi diqeesuti Finna gubba keesati nama ch'ufa ira gudda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama akka daa'iima kanaa ufi diqqeessuutti Mootummaa Waaqaa keessatti nama cufaa irra guddaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee ka akka daa'ima kanaatitti ka gad uf qabu jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee ka akka daa'ima kanaa ka gad uf qabu jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma daa'ima kanaa titti mataa isaa gad ka qabu, Mootummaa Sami'ii titti hangafa ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle ka akka daa'ima kanaa ifi gad qabu mootummaa ol-gubba'aa keessatti mara ka caalu te'a.