Matthew 18:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle daa'ima akkasii maqaa kiyyaan ka fudhatu ana fudhata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maro maqa kiyyatiifi daima akana fud'atu ch'ufti na fud'ata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii marroo maqaa kiyyaatiif daa'iima akkanaa dhi'eessu cuftii na dhi'eessa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee ka daa'ima akkasii maqaa kiyyaan simatu maruu na simata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee daa'ima akkasii ka maqaa kiyyaan simatu maruu na simata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daa'ima akkanaa kana maqaa kiyyaan ka ufitti fudhatu, ana ufitti fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle daa'ima akkasii maqaa kiyyaan ka fudhatu na fudhata.