Matthew 18:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilti teetille yoo si gufachiitte, ifi keessaa baasii gati; ila lamaan qabaattee qilee ibiddaatitti gatamiisaa mannaa, ila takkaa qabaattee gara jiruu bara baraa galiisa si'iif woyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ilti tante si wollaalchifte, ufi keesaa baasi gati! Ira dansa yo ila tokooni jireenni argatte, fulla ila lamaani ibida keesa gadi si gatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo iltii tee si wallaalchifte, ufi keessaa baasii gati! Fulaa ila lamaanuu qabaattee ibidda keessa gad si gatan mannaa yo ila tokkoon jireenaa jiruu hegerii argatte irra sii wayya” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji tee yoo si gufachiifte uf keessaa baasii gati; ija lamaan qabaattee gara ibidda asaabaatitti gatamu'uu mannaa, ija takkattii qabaattee jeennata galuu sii woyya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji tee yoo si gufachiifte, uf keessaa baasii gati, ija lamaan qabaattee gara ibidda asaabaatitti gatamu'uu mannaa, ija takkattii qabaattee jeennata galuu sii woyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijji kee'llee cubbuu akka hojjattuuf yoo si dogoggorsse baasiitii achi gatiin! Ija lamaan qabaattee gara ibidda asaabaa titti gatamuu irra, ija takkaa taatee gara jireenna bara baraa titti, galuu si woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti teetille yoo si gufachiitte, ifi keessaa baasii gati; ila lamaan qabaattee qilee ibiddaatitti gatamiisaa mannaa, ila takkaa qabaattee gara jiruu bara baraa galiisa si'iif woyya» jedhe.