Matthew 19:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa dubbii tana dubbatee fixe, Galiilaa lakkisee laga Yordaanosiitiin gama gara lafa Yihuda'aa dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tana buufannaani, Yesoni Galilaya keesaa bahe, lafa Yudea ta moga galaana Yordani d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii taan buufannaan, Yesus Galiilaa keessaa ba'ee, lafa Yihudaa ta moggaa galaana Yordanos dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus haga waan kana raawwateen maayessa Galiilaa deemee, gara godina Yihuuda'aa Yoordaanosiin gama dhaqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus waan kana haga raawwateen maayessa Galiilaa deemee, gara godina Yihuuda'aa Yoordaanosiin gama dhaqe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana dubbatee eega xumureen duubatti Galiila'aa ka'ee, laga Yoordaanosiitiin gamatti gara argamittuu gara arddii Yihuda'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa dubbii tana dubbatee fixe, Galiilaa lakkisee laga Yordaanosiitiin gama gara lafa Yihuda'aa dhaqe.