Matthew 19:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Mootummaan Waaqaa ta worra akkasii waan teeteef, ijoollee lakkisa'a, gara kiyya dhuttuutii hin dhooggina'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Ijoolleeni ha nati d'uftuuti, ind'owiina, Finni gubba ka nama akana kana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Ijoolleen ha gara kiyya dhuftuutii hindhowwinaa, Mootummaan Waaqaa ta nama akkanaa tanaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo, «Jeennanni sami'ii ta worra akkasii waan taateef ijoolleen gara kiyya haa dhufanii hin dhoogginaa'a» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo, «Jeennanni sami'ii ka worra akkasii waan taateef ijoolleen gara kiyya haa dhufanii hin dhoogginaa'a» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Mootummaan Sami'ii akkana worra jiran kanaa waan taateef daai'mman dhiisa'aanii, gara kiyya haa dhufan, isaan hin dhooginaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Mootummaan Waaqaa ta worra akkasii waan teeteef, ijoollee lakkisa'a, gara kiyya dhuttuutii hin dhooggina'a» jedhe.