Matthew 19:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba namichi tokko gara Yesuusii dhufee, “Barsiisa'a, jiruu bara baraa dhaggatiisaaf, hujii dansaa maan hujuu qaba?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa toko, namichi toko Yesoti d'ufe waan jed'e, Aabbo, anini waan dansa akami tolchu male aka jireenna hegeri argad'u?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa tokkoo, namichii tokko gara Yesus dhufee, “Barsiisaa, anin akka jireenna barabaraa argadhu waan dansaa akkam tolchuu male?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namni tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a! jireenna bara baraa argachuuf wonti mishaan ani godhuu na barbaachisu maali'i?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa namni tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a, jireenna bara baraa argachuuf, wonti mishaan ani godhuu na barbaachisu maali'i?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa tokko naminni tokko gara Yesusii dhufee, «Yaa barsiisaa! Jireenna bara baraa argachu'uuf waan mishaa maal raawwachu'utu, narraa mala?» jechu'uun, ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namichi tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisa'a, jiruu bara baraa dhaggatiisaaf, hujii dansaa maan hujuu qaba?» jedheen.