Matthew 19:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dargageessille deebisee, “Ani ajajoota kana eegadheera; ammaa wonni narraa dhidhateeru maan?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani, Anini seera kana ch'ufa ya guute; wonti d'ibiini anini tolchu male maani? jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kaan, “Anin seera kana cufaa ya guutee, wantii dhibiin anin tolchuu male maal?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dargageessillee deebisee, «Ani seerran kanniin maraa daa'imummaa kiyya irraa jalqabee eegeera; amma ammo maaltu na irraa dhidhata? jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dargageessillee deebisee, «Ani seerota kana maraa daa'imummaa kiyya irraa jalqabee eegeera. Amma ammoo maaltu narraa dhidhata? jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dargaggeessi'llee «Ajajoota kanniin raawwadhee jira, ka bira'aa wonitti ana jalaa dhidhatu maali'i?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargageessille deebisee, «Ani ajajoota kana eegadheera; ammaa wonni narraa dhidhateeru maan?» jedhe.