Matthew 19:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dargaggeessi sun tana yennaa dhage'e, karra guddoo waan qabuuf, gaddaa achii deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani waan kana d'agaye jennaani aka hama lalefate kae iti d'aabate, waan inni guddo dureesatiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kaan dubbii taan dhaga'ee jennaan, waan guddoo dureessa ta'eef akka hamaa laaleffatee ka'ee itti dhaabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dargaggeessi sun hennaa dubbii kana dhagaye qabeenna hedduu waan qabuuf gadda'aa deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dargaggeessi sun dubbii kana hennaa dhagaye, qabeenna hedduu waan qabuuf, gadda'aa deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dargaggeessichi garuu qabeenna baayi'ee ni qaba waan tureef kana yeroo dhagayetti, gadda'aa ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggeessi sun tana yennaa dhage'e, karra guddoo waan qabuuf, gaddaa achii deeme.