Matthew 19:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus barattoota ifiitiin, “Ani dhuguma isinitti hima, nami dureessi mootummaa ol-gubba'aatiti galiisi guddoo rakkisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jara ufitiini jed'e, Waan anini jed'u, Guddo jabaatti, aka dureeyiini Finna gubba argattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eeguma sun Yesus jara ufitiin, “Anin dhuguma isanitti himaa namii dureessii Mootummaa Waaqaa argachuun guddoo jabduu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus darasoota ufiitiin, «Ani dhugamaan isiniin jedha, dureeyyiin jeennata sami'iititti galuun guddisee rakkisa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus darasoota ufiitiin, «Ani dhugamaan isiniin jedha, dureeyyiin jeennata sami'iititti galuun guddisee rakkisa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus barattoota isaatiin akkana ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, nama dureessi gara Mootummaa Sami'ii titti galuun isaa, haalaan ulffaata'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus barattoota ifiitiin, «Ani dhuguma isinitti hima, nami dureessi mootummaa ol-gubba'aatitti galiisi guddoo rakkisa'a.