Matthew 19:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle ani isinitti hima, nami dureessi tokko mootummaa Waaqaatitti galiisa irra gaalli qowa lilmoo keessa hulluuqiisatti irra kaso'o” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle isaniti hima, Ira laaftu aka gaali qaa lime seenu, fulla dureeyiini Finna Waaqa argattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee isanitti himaa fulaa dureeyyiin Mootummaa Waaqaa argattuu yo gaalii qaa'aa limmee keessaan dabru irra laafti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee ani isinitti hima, dureessi jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaawa limmo'oo keessa hulluuqu'utu salphata» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee ani isinitti hima, dureessi jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaawa Limmo'oo keessa hulluuqu'utu salphata» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee isiniin ni jedha, naminni dureessi gara Mootummaa Waaqaa titti aseennu irra, gaalli qaawwa marfe'eetiin uduu dabrree salphaa ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle ani isinitti hima, nami dureessi tokko mootummaa Waaqaatitti galiisa irra gaalli qowa limmo'oo keessa hulluuqiisatti irra kaso'o» jedhe.