Matthew 19:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa yennaa tana dhage'ane, guddoo maalalanee, “Eentu fayyuu dande'a ree?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa waan kana d'ageennaani guddo mame waan jed'e, Eentu dandae baafama re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa waan kana dhageennaan guddoo mamee, “Eentu danda'ee baafama ree?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa hennaa waan kana dhagayan guddisanii maalalanii, «Eegasuu eentu fayyuu danda'a ree?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa hennaa waan kana dhagayan, guddisanii maalalanii, «Eegasuu eentu fayyuu danda'a ree?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee kana yeroo dhagayanitti haalaan maalalffatan, «Eegaa, ennutuu fayyu'uuf dandda'a ree?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa yennaa tana dhage'ane, guddoo maalalanee, «Eentu fayyuu dande'a ree?» jedhane.