Matthew 19:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo gara isaanii ilaalee, “Wonni kun namaaf hin dande'antu, Waaqaaf ammoo wonni marti hin dande'anti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni worra ilaale waan jed'eeni, Nami indandau, ammo Waaqi waan tokole indad'abu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warra laalee, “Namii hindanda'uu, Waaqii ammoo waan tokkoollee hindadhabu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee gara isaanii laalee, «Wonti kun namaaf hin danda'amu; Rabbiif ammo maruu hin danda'ama» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee gara isaanii laalee, «Wonti kun namaaf hin danda'amu, Rabbiif ammoo maruu hin danda'ama» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gara isaanii laalee, «Wonitti kun namaaf waan hin danda'aminne, Waaqaaf garuu marrinuu ni dandda'amaaf» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo gara isaanii ilaalee, «Wonni kun namaaf hin dande'antu, Waaqaaf ammoo wonni marti hin dande'anti» jedhe.