Matthew 19:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Waaqi jalqaba, ‘dhiiraa fi dubartii’ tolchee akka isaan dade hin dubbinnee?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Isani t'aafi keesati insoomne? Qaraa fiit'e Waaqi d'iirafi uwa uume
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Akka Waaqii qaraa fiixee dhiiraa fi nadheen uume, isan barreessii keessatti hindubbimnee?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Rabbi jalqaba ‹Dhiiraa fi dubartii› taasisee isaan uume.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Rabbi jalqaba, ‹Dhiiraa fi dubartii› taasisee isaan uume.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Waaqinni jalqaba dhiiraa fi dubarttii taasisee akka isaan uume, isin hin dubbifinne moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Waaqi jalqaba, ‹dhiiraa fi dubartii› tolchee akka isaan dade hin dubbinnee?» jedhe.