Matthew 19:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Itti dabaleelle, “Waan kanaaf nami haadhaa fi abbaa ifii hin lakkisa, haadha manaa ifiitiin wolitti maxxana; lamaanuu foon tokko hin te'an.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Maro waan kanatifi d'iirti abbaafi haad'a ufi lakifte niiti ufitiini taka taati, worri lamaani takaa taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee itti ida'ee, “Mar. roo waan kanaatiif dhiirtii abbaa fi haadha ufii lakkiftee niitii ufiitiin takkaa taati, warrii lamaan takkaa ta'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
« ‹Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa; haadha manaa ufiitiin wol ta'a; lamaanuu foon tokko ta'an› ka jedhu hin dubbifnee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
« ‹Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiitiin wol ta'a; lamaanuu foon tokko ta'an› ka jedhu hin dubbifnee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee ‹waayee kanaan naminni haadhaa fi abbaa isaa dhiisee haadha worraa isaa woliin wolitti ni makama, lamaanuu qaama tokko ni ta'an,›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabaleelle, «Waan kanaaf nami haadhaa fi abbaa ifii hin lakkisa, haadha manaa ifiitiin wolitti maxxana; lamaanuu foon tokko hin te'an.