Matthew 19:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Anille isiniin jedha, yoo isiin gaarayyeeffatte malee, nami haadha manaa ifii lakkisee ta dhibii fuudhu, hin gaarayyeeffata ” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isaniini jed'u, Yo nami niiti ufi ta d'iira d'ibi imbaratiini lakise nad'eeni d'ibi fuud'e, ya seera Waaqa ch'abse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin isanitti himaa, namii yo niitii ufii ta dhiira dhibii hinbaratin lakkisee nadheen dhibii fuudhee, ya seera Waaqaa cabse” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo akkana isiniin jedha, «Yoo isiin seebarte malee, namni haadha manaa ufii hiikee ta biraa fuudhu maruu hin seebara.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo akkana isiniin jedha, yoo isiin seebarte malee, namni haadha manaa ufii hiikee ta biraa fuudhu maruu, hin seebara » isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garuu, ‹naminni tokko waayee sagaagalaatiin yoo ta'e malee, haadha worraa isaa hiikee, dubarttii bira'aa yoo fuudhe sagaagalee jira› isiniin jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille isiniin jedha, yoo isiin gaarayyeeffatte malee, nami haadha manaa ifii lakkisee ta dhibii fuudhu, hin gaarayyeeffata » isaaniin jedhe.