Matthew 2:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa urjii dhaggane, akka malee gammadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Urji arginaani guddo gammadani qilit'amani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Urjii arginaan guddoo gammadanii qiliixaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka urjiin dhaabatte hennaa argan guddisanii gammadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee urjiin akka dhaabatte hennaa argan guddisanii gammadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Urjjicha'llee yeroo arganitti haalaan ni gammadan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa urjii dhaggane, akka malee gammadane.