Matthew 2:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yoseef ka'ee, muca'aa fi haadhaa muca'aa fuudhee, gara biyya Gibxi'ii halkanuma san deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuni kae gurbafi haad'a isaa halkaniini fuud'e lafa Misiriti baqate, haga Herodeni dueti achi tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yoseef haadhaa fi gurbaallee fuudhee ka'ee halkaniin lafa Gibxiitti baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef halkaniin ka'ee haadha fi daa'imallee qabatee gara biyya Misirii deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yooseefillee halkanniin ka'ee haadha fi daa'imallee qabatee, gara biyya Misirii deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yooseef halkaniin ka'eeti, daaima haadha woliin qabatee, gara biyya Gibxii ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef ka'ee, muca'aa fi haadhaa muca'aa fuudhee, gara biyya Gibxi'ii halkanuma san deeme.