Matthew 2:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka kanaan wonni raagichi Ermiyaas jedhe muummotte;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani wonti raagi Yeremiani jed'e guutamte:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba akkanaan wantii raagii Ermiyas,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan wonti raattichi Ermiyaas jedhe raawwatame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka kanaan wonti raattichi Ermiyaas jedhe raawwatame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti, nabiyyicha Erimiyaasiin akkana jechu'uun raaginni dubbatame ni raawwatame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan wonni raagichi Ermiyaas jedhe muummotte;