Matthew 2:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yoseef ka'ee, muca'aa fi haadha muca'aa fudhatee, gara biyya Israa'elii deebi'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuni kae gurbafi haad'a fuud'e lafa Israeliti gale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yosef ka'ee gurbaa fi haadha fuudhee lafa Israa'elitti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ka'ee daa'imaa fi haadha qabatee gara biyya Israa'elii deebi'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee ka'ee daa'imaa fi haadha qabatee, gara biyya Isira'eelii gale.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yooseef'llee ka'eeti daa'ima haadhaan woliin qabatee, gara biyya Israa'eelii titti ni deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef ka'ee, muca'aa fi haadha muca'aa fudhatee, gara biyya Israa'elii deebi'e.