Matthew 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mootichi Heroodis yennaa waan kana dhage'e rifate; worri Yerusaalemii martille isa woliin rifate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana d'ageennaani, Herodefi nami Yerusalemu ch'ufti rifate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana dhageennaan, Herodisii fi namii Yerusaalem cuftii rifate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Heroodis kana dhagayee naye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootiin Heroodisillee kana dhagayee naye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nugufnni Heerodis'llee kana yeroo dhagayetti ni naye, namoonni Yerusaalmii marri'llee isa woliin ni nayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Heroodis yennaa waan kana dhage'e rifate; worri Yerusaalemii martille isa woliin rifate.