Matthew 2:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni mootolee hayyootaatii fi barsiisota Seeraa wolitti qabee, “Masiihiin eessatti dhalata?” jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qaalole gugurdofi jara Seera beekhu wolti yaame fulla Kristoni sila iti d'alatu gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii qaallolee gugurdoo fi jara seera beeku walti yaamee fulaa silaa Kiristoon itti dhalatu gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni bulchoota gadootaatii fi barsiisoota Seera Muuse'ee wolitti qabee, «Kiristoos eessatti dhalata?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni bulchoota gadootaatii fi barsiisoota Seera Muuse'ee wolitti qabee, «Kiristoos eessatti dhalata?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoota qeesotaa maraa fi barsiisota ummataa ka seeraa wolitti qabee, Masihiin ka dhalatu garamtti akka ta'e, isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sooreyyii hayyootaatii fi barsiisota Seeraa wolitti qabee, «Masiihiin eessatti dhalata?» jedhee isaan gaafate.