Matthew 2:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Beetelemii Yihudaa keessaatitti dhalata; raagichi:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Dira Bethlehemu ka lafa Yuda keesa jiru. Wonti akanatiifi raagi t'aafe waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Dira Betlihem ka lafa Yihudaa keessa jiru, raagii barreessee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akkana jedhanii deebisaniif, «Raanni karaa raattichaatiin biyya Yihuuda'aa qachaa Beetaliheemitti Masihichi dhalata ka jedhu waan barreeffameeruuf»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan akkana jedhaniin «Biyya Yihuuda'aa qachaa Beeteliheemiititti dhalata; kun dubbii raagaan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee akkana jechu'uun ni deebisaniif, «Nabiyyichaan raaginni akkana jedhu waan barreeffameef, Masihiin ka dhalatu, arddii Yihuda'aa magaalaa Beetelihemitti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Beeteelemii Yihudaa keessaatitti dhalata; raagichi: