Matthew 2:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Ati Beetelemiin Yihudaa keessaa! Qachoota gugurdaa Yihudaa keessaa mara caalaa ijjumaayyuu hin diqqaattu; sababille ka kolbaa tiyya Israa'el bulchu bulchaan si keessaa baya’ jedhee barreesseera” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Bethlehemu, ta lafa Yuda keesa, atini maand'aniti hayyoota Yuda keesa; si keesaa nama gosa tiyya Israeli fiduti baha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Ee'ee Betlihem, ta lafa Yihudaa keessaa, atin hayyoota Yihudaa keessaa maandhaanittii, si keessaa nama gosa tiyya Israa'el bulchutti ba'a’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ati Beeteliheemii Yihuudaa keessaa! ati qachoota gugurdaa Yihuuda'aa maraa keessaa horoma hin diqqaattu; Sababaan ka banii kiyya Israa'eliin bulchu, Bulchaan si keessaa waan dhalatuuf›»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Ati Beeteliheemii Yihuudaa keessaa! qachoota gugurdaa Yihuuda'aa maraa keessaa ati horoma hin diqqaattu; Sababaanillee ka banii kiyya Isiraa'eliin bulchu, Bulchaan si keessatti dhalata› jedhamee barreeffameera» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹konyaa arddii Yihuda'aa titti ka argamittu, ati yaa Beetlihem! Ummata kiyya Israa'eeliin ka eegu durssaan si keessaa waan bayuuf, magaalota guguddoo Yihuda'aa womaanuu hin hanqattu.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Ati Beeteelemiin Yihudaa keessaa! Qachoota gugurdaa Yihudaa keessaa mara caalaa ijjumaayyuu hin diqqaattu; sababille ka kolbaa tiyya Israa'el bulchu bulchaan si keessaa baya› jedhee barreesseera» jedhaneen.