Matthew 20:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Mootummaan ol-gubba'aa nama fichaa woyni'ii qabu, ka barii halkaniin addee woynii ifiitiif hojjattoota qaxaru'uuf baye tokko fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finni gubba aka abba oobru zabibu jira, ka ganamaani lafaa kae, nama huji qoru barbaadu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Mootummaan Waaqaa akka abbaa oobruu Waynii, ka ganamaan lafaa ka'ee, nama hujii qaxaruu barbaaduu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Mootummaan Sami'ii titti hojjattoota bakka biqilttuu woyinni'ii keessa hojjatan mindeessu'uuf, ganama obboro'oon ka baye abbaa bakka biqilttu'uu fakkaatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootummaan ol-gubba'aa nama fichaa woyni'ii qabu, ka barii halkaniin addee woynii ifiitiif hojjattoota qaxaru'uuf baye tokko fakkaatti.