Matthew 20:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan, ‘Jaali, ani womaa si hin balleessine; ati guyya'atti mindaa guyyaa tokkootiin motii ka anaan wolii galte?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani oobru waan jara suni nama tokooni jed'e, Abbo, ch'aqasi, anini si indabsine; atini aka hojatte beese huji guyya toko argattu ee jetteeniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan oobruu jara sun keessaa nama tokkoon, ‘Abboo, caqas, anin si hindabsine, atin akka hojjattee beesee hujii guyyaa tokkoo argattu “Ee'ee” jetteenitii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan akkana jedhe, ‹Jaalalloo kiyya! si hin yakkine, gatii guyyaa tokkootiin wolii hin gallee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan akkana jedhe, ‹Jaalalloo kiyya si hin yakkine, gatii guyyaa tokkootiin wolii hin gallee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Abbaan biqilttuu woyinni'llee hojjattoota keessaa tokkoon akkana jechu'uun ni deebiseef, ‹yaa waahela kiyya! Womaayyuu si hin miine, ka wolii galle guyya'aan dinaara tokko si kafalu'uufii mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan, ‹Jaali, ani womaa si hin balleessine; ati guyya'atti mindaa guyyaa tokkootiin motii ka anaan wolii galte?