Matthew 20:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kaffaltii teeti fudhadhuu deemi; haguma si'iif kenne namicha duubarra qaxarame kanaafille kenniisa fedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hori kanke fud'ad'u, nagayaani gali. Anini waanuma sii kenne worra eege qorani kaale kennu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma horii kee fudhadhuu gali! Anin homa sii kenne warra eegee kaallee kennu fedhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ka maayessaa kanaallee akkuma sii kenne kennu'uufii fedha; gayaa kee fudhadhuutii deemi; ani horii kiyyaan waan fedhe godhuu hin danda'uu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ka maayessa kanaallee akkuma sii kenne kennu'uufii fedha; gayaa kee fudhadhuutii deemi; ani horii kiyyaan waan fedhe godhuu hin danda'uu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, gayaa kee fudhadhuutii deemi, waan haga si'iif kennee kana ka duuba irraatiif'llee kennu'uuf ni eeyyame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kaffaltii teeti fudhadhuu deemi; haguma si'iif kenne namicha duubarra qaxarame kanaafille kenniisa fedha.