Matthew 20:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Beesee tiyyaan waan fedhe godhuu hin dande'uu? Yookiin ati waan ani arjoomeef hinaattaa?’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hori kiyya waan fed'u intolchu? Yokhaani waan anini arja taheefi na qot'ifta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin horii kiyya waan fedhu hintolchuu? Yokaan waan anin arjaa ta'eef na qoxxiftaa?’ ” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan ati waan ani arjoomeef hinaaftaa?› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yookiin ati waan ani arjoomeef hinaaftaa?› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qabeenna mataa kiyyaatiin waan barbaade raawwachu'uuf mirga hin qabu moo? Yookiin ani arjjoomaa waan ta'eef, ati ni hinaafttaa moo?› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beesee tiyyaan waan fedhe godhuu hin dande'uu? Yookiin ati waan ani arjoomeef hinaattaa?› jedhe» jedhe.