Matthew 20:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus, “Worri duubaa dura, worri duraa duuba hin te'an ” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Nami qara ka eege taha, ammo ka eege ka qara taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Namii duraa ka eegee ta'a, ka eegee ammoo ka duraa ta'a” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus, «Worri maayessaa afoo'o; worri afo'oo maayessa ta'an; worri waamame heddu, worri filatame ammo hago'o» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus, «Worri maayessaa afoo, worri afo'oo maayessa ta'an worri waamame heddu, worri filatame ammo hago'o.» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus, «Akkuma kana worra duuba irraa durssitoota, durssitoota ka ta'an'llee worra duuba irraa ni ta'an» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus, «Worri duubaa dura, worri duraa duuba hin te'an » jedhe.