Matthew 20:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gara Yerusaalemii ol deemisatti jiruun, barattoota kudhanii lamaa qofiitti fudhee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Yerusalemu deemu jiru, Yesoni jara ufi kud'ani lamaani kara keesa kobati yaame waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo Yerusaalem deemuu jiruu, Yesus jara ufii kudhanii lamaan karaa keessaa kophaatti yaamee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus uduu gara Yerusaalemii deema'aaru karaa irratti hojja isaanii darasoota gara ufii waamee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee gara Yeruusaaleemii uduu deema'aaru karaa irratti hojja isaanii darasoota gara ufii waamee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus gara Yerusaalemii ni deema ture, karaa irra uduma jiran'llee barattoonni isaa kudha lamaan, adda isaaa titti gara ufii fudhatee akkana isaaniin ni jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gara Yerusaalemii ol deemiisatti jiruun, barattoota kudhanii lamaa qofitti fuudhee,