Matthew 20:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Kunoo, nuuti gara Yerusaalemii ol bayiisatti jirra, Ilmi Namaa mootota hayyootaatii fi barsiisota Seeraatitti dabarfamee hin kennama; isaanille yakkaa du'aa isatti murane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasa, nu Yerusalemu yau jirra, achiti Ilma Nama harka qaalole gugurdotiifi ka worra Seera beekhuti kennani. Worri dua iti mure,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Caqasaa, nu Yerusaalem yaa'uu jira, achitti ilma namaa harka qaallolee gugurdootii fi harka warra seera beekutti kennaan, warrii du'a itti muree,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kunoo! nu gara Yerusaalemii baya'aarra; ilmi namaa bulchoota gadootaatii fi barsiisota seeraatitti dabarfamee kennama; isaan murtee du'aa itti murteessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Kunoo, nu gara Yeruusaaleemii baya'aarra. Ilmi namaa bulchoota gadootaatii fi barsiisota seeraatitti dabarfamee kennama. Isaanillee murtee du'aa itti murteessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kunoo, amma gara Yerusaalemii deemuu keenna, achitti'llee Ilmi Namaa itti gaafatamoota qeesotaatii fi barsiisota seeraatiif dabarffamee ni kennama, isaan'llee murtii du'aa itti ni murtteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, nuuti gara Yerusaalemii ol bayiisatti jirra, Ilmi Namaa sooreyyii hayyootaatii fi barsiisota Seeraatitti dabarfamee hin kennama; isaanille yakkaa du'aa isatti muran.