Matthew 20:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Beesee mindaa guyyaa tokkootiin hojjattootaan wolii galeen duuba, gara fichaa woynii ifiititti isaan erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka beese huji guyya toko guyyaati kennuufi wold'aqani, oobru zabibuti worra erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka beesee hujii guyyaa tokkoo guyyaatti kennuuf waldhaqee, oobruu Waynitti warra erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saantibii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Saantimii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee tokko tokkoofuu guyya'aan dinaara tokko isaa kafalu'uuf wolii galee, hojjattoota gara bakka biqilttuu woyinni'ii titti ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beesee mindaa guyyaa tokkootiin hojjattootaan wolii galeen duuba, gara fichaa woynii ifiititti isaan erge.