Matthew 20:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
akkasuma eennulle isin keessaa nami nama namaan duraa te'uu fedhu garbicha keessan te'uu ti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nami ka qara tahu fed'u tisse teesani tahuuti —
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee namii ka duraa ta'uu fedhuu ha hojjataa keessan ta'uuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa ka afoo ta'uu fedhu, hojjataa keessan haa ta'uu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa afoo ta'uu ka fedhu, hojjataa keessan haa ta'uu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana isin keessaa ol aanaa ta'uu ka barbaadu, garbcha keessan haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma eennulle isin keessaa nami nama namaan duraa te'uu fedhu garbicha keessan te'uu ti;