Matthew 20:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaalle tajaajiliisaa fi kolbaa heddu'uuf jiruu ifii wodoo godhee kenniisaaf dhufe malee, akka isa tajaajilanuuf hin dhunne” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma Ilmi Nama, aka nami isa hojattufi ind'ufiini, ammo aka namaa hojate, jireenna ufi maro nama heddutiifi baasu d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma ilmii namaa, akka namii isa hojjattuuf hindhufne, ammoo akka namaa hojjatee, jireenna ufii marroo nama hedduutiif baasu dhufe” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ilmi namaa lubbuu ufii kennee nama maraa furu'uuf dhufe malee akka isa tajaajilaniif hin dhufne» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma Ilmi Namaa lubbuu ufii kennee nama maraa furu'uuf dhufe malee, isaaf haa hojjataniif hin dhufne» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Namaa'llee tajaajilu'uuf fi baayi'eewwan fayyisu'uuf lubbuu isaa dabarssee kennu'uuf dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin dhufinne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaalle tajaajiliisaa fi kolbaa heddu'uuf jiruu ifii wodoo godhee kenniisaaf dhufe malee, akka isa tajaajilanuuf hin dhunne» jedhe.