Matthew 20:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara sa'aatii sadiititti inni yennaa gad bawu, worra dhibii addee dikko'oo hujii malee dhaabbatiisatti jiranu dhagge;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saa sadi fulla gabaya d'annaani, nama huji inqamne arge
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara saatii sadii fulaa gabaa dhandhaan, nama hujii hinqamne ka achii ejaajju argee
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii sadihitti bayee namoota biraa worra hujii hin qabne ka raasaa dhaabata'aaran arge;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii sadihitti bayee worra hujii hin qabne namoota biraa ka raasaa dhaabata'aaran arge;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara saa'aatii sadihii titti bayee, hujii malee bakka yaa'ii worra dhaabatan namoota bira'aa ni arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara saatii sadiititti inni yennaa gad bawu, worra dhibii addee dikko'oo hujii malee dhaabbatiisatti jiranu dhagge;