Matthew 20:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin akka isaan cadhisanu xixxe; isaan ammoo ittumaa caalchisanee qoonqoo guddo'oon, “Gootta'a, Ilma Daawwitii, nuu marar!” jedhaa iyyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini worra d'owarte, Ch'allisa worraani jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin warra dhowartee, callisaa! Warraan jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin akka isaan cadhisan teedeffatan; isaan ammo ittuma caalchisanii laagaa gudda'aan, «Gooftaa'a! Ilma Daawitii! nu fayyisi!» jedha'aa iyyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin akka isaan cadhisan teedeffatan; isaan ammoo ittuma caalchisanii laagaa gudda'aan, «Gooftaa'a, Ilma Daawitii, nu fayyisi» jedha'aa iyyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni'llee «Caldhisaa! jedhanii isaanitti ni baanatan, isaan garuu yaa Ilma Daawiitii Gooftaa! yabo'oo nu marri! jedha'aa, baayi'isaanii ni iyyan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin akka isaan cadhisanu xixxe; isaan ammoo ittuma caalchisanee qoonqoo guddo'oon, «Gootta'a, Ilma Daawitii, nuu marari!» jedhaa iyyane.