Matthew 20:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Gootta'a, ilti teenna akka banantu barbaanna” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Sii ila nuu bantu feena!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Si ila nuu bantu feenna!” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan deebisanii, «Gooftaa'a! ijji teenna akka banamtu barbaanna!» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan deebisanii, «Gooftaa'a, ijji teenna akka banamtu barbaanna» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isan'llee, «Yaa Gooftaa! Ijji keenna akka nuuf banamu taasis!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Gootta'a, ilti teenna akka banantu barbaanna» jedhaneen.