Matthew 20:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
innille isaaniin, ‘Isinille gara fichaa woyni'ii dhaqa'aa huja'a; anille kaffaltii malte isinii kaffala’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, D'aqa, oobru tiyya ta zabibu keesa hojad'a, hori isanii baasa. Worri kae yae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Dhaqaa oobruu tiyya ta Waynii keessa hojjadhaa, horii isanii baasaa’ jedhee warrii ka'ee yaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni isaaniin, ‹Maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aatii hojjadhaa'a! Waan isin barbaachisu ani isinii kennaa› isaaniin jedhe. Isaan achi dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee isaaniin, ‹Maasaa woyinii kiyyaa dhaqa'aatii hojjadhaa'a! Waan isin barbaachisu ani isinii kennaa.› isaaniin jedhe. Isaanillee achi dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹isin'llee gara bakka biqilttuu woyinni'ii deema'aatii hojjadhaa, herreega isinii malu'llee isinii ni kafala› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
innille isaaniin, ‹Isinille gara fichaa woyni'ii dhaqa'aa huja'a; anille kaffaltii malte isinii kaffala› jedheen.