Matthew 20:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaanille dhaqane. Gara sa'aatii jaatii fi gara sa'aatii sagaliille'etti inni bayee akkasuma godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saa jaafi sagalile akasuma tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Saatii ja'aa fi sagaliillee akkasuma tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara sa'aatii jahaatii fi gara sa'aatii sagaliitittillee bayee akkasuma godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni gara sa'aatii jahaatii fi gara sa'aatii sagaliitittillee bayee akkasuma godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee gara bakka biqilttuu woyinni'ii ni deeman, dabalee'llee saa'aatii jahaa fi gara saa'aatii sagalii titti'llee bayee akkuma kana ni raawwate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaanille dhaqane. Gara saatii jaatii fi gara saatii sagaliille'etti inni bayee akkasuma godhe.