Matthew 20:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara sa'aatii kudhanii tokkoolle'etti inni bayee worra dhibii adaala san dhaabbateeruun dhaggee, ‘Guyyaa guutuu hujii malee maaf as dhaabbattan?’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saa kud'ani tokole gabaya d'annaani nama d'ibi huji inqamne arge waan jed'eeni, Isani guyya kana ch'ufa maanifi arma ejaanjitani, ka woma inhojanne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara saatii kudhanii tokkoo kanaallee gabaa dhandhaan nama dhibii hujii hinqamne argee, ‘Isan maaf guyyaa kana cufa ka homaa hinhojjanne arma ejaajjitan?’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara sa'aatii kudha tokkootitti bayee namoota biraa ka dhaabataniiran argee, ‹Maaf guyyaa guutuu hujii malee as dhaabattan?› isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara sa'aatii kudha tokkootitti bayee namoota biraa ka dhaabataniiran argee, ‹Guyyaa guutuu hujii malee maaf as dhaabattan?› isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara saa'aatii kudha tokkoo titti'llee bayee namoonni bira'aa'llee dhaabatanii isaan argateeti, ‹isin hoo guyyaa guutuu hujii malee asi ka dhaabattan, maali'iif?› jechu'uun, isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara saatii kudhanii tokkoolle'etti inni bayee worra dhibii adaala san dhaabbateeruun dhaggee, ‹Guyyaa guutuu hujii malee maaf as dhaabbattan?› jedheen.