Matthew 20:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa galgalootte, abbaan fichaa woyni'ii towataa hojjattootaatiin, ‘Hojjattoota waamiitii, worra duubarra qaxarameen jalqabii haga worra dursee qaxarameetitti, kaffaltii isaanii kenniif’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani abbaani oobru zabibu waan gudda hojattutiini jed'e, Worra hujiti hori baasi, ka eegitiini iti keyad'u, haga ka qara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Laftii galgaloomnaan abbaan oobruu Wayinii guddaa hojjattootaatiin, ‘Hojjattoota Yaamii, warra eegeeti itti keeyadhuu, haga ka qaraa horii baasiif’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa aduun dhiite abbaan maasaa woyinii sanii ajajaa hojjattootaatiin, ‹Hojjattoota waamiitii, worra maayessa qaxarame irraa haga worra dura qaxarameetitti mindaa isaanii kaffaliif› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa aduun dhiite, Abbaan maasaa woyinii sanii, ajajaa hojjattootaatiin, ‹Hojjattoota waamiitii, worra maayessa qaxarame irraa haga worra dura qaxarameetitti, mindaa isaanii kaffaliif.› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yeroo dhiyetti'llee abbaan bakka biqilttuu woyinni'ii itti gaafatamaa huji'iitiin, ‹hojjattoota waamiitii worra muummee irratti mindeeffaman irraa jalaqabddee, haga worra duran mindeeffamanii titti, gatii hujii isaanii kafali!› ni jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa galgalootte, abbaan fichaa woyni'ii toowataa hojjattootaatiin, ‹Hojjattoota waamiitii, worra duubarra qaxarameen jalqabii haga worra dursee qaxarameetitti, kaffaltii isaanii kenniif› jedheen.